Amajjii 3-9
ABBOOTII MURTII 15-16
Faarfannaa 124 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gantummaan Baayʼee Jibbisiisaa Dha!”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 16:1-3—Caqasa kana akkamitti hubachuu qabna? (w05-AM 3/15 27 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 16:18-31 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Waaqayyo Nuu Yaada—Mat 10:29-31 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Kitaabni Qulqulluun Gaaʼela Keenya Oolcheera: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu isaan kamfaatu gaaʼela tokkoon tokkoon hiriyoota gaaʼelaa kanaa diigamuu irraa oolche? Deebisanii sagantaa hafuuraa dhaabbataa qabaachuun kan isaan gargaare akkamitti? Hiriyoonni gaaʼelaa rakkina gaaʼela keessatti uumamu furuu irratti abdii kutachuu kan hin qabne maaliifi? Hiriyoonni gaaʼelaa eenyuun gargaarsa gaafachuu dandaʼu?—Yaq 5:14, 15.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 18 key. 9-15 fi saanduqa 18A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 149 fi Kadhannaa