LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 3
  • Amajjii 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 3

Amajjii 10-16

ABBOOTII MURTII 17-19

  • Faarfannaa 88 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Abo 19:18—Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa bara 2013⁠tti haareffame irratti maqaan Yihowaa iddoo kanatti kan dabalame maaliifi? (w15 12/15 10 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 17:1-13 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Waaqayyo Nuu Yaada—Er 29:11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 89

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Warra Keetiif Ajajami: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Kaaleb haadha isaatiif utuu hin ajajamin kan hafe akkamitti? Balleessaa isaa sirreessuuf maal godheera? Warra keetiif ajajamuu kan qabdu maaliifi?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 18 key. 16-25

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi