LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 15
  • Guraandhala 28–Bitootessa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 28–Bitootessa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 15

Guraandhala 28–Bitootessa 6

1 SAAMUʼEL 9-11

  • Faarfannaa 121 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 9:9—Yaanni “namni yeroo harʼaatti raajii jedhamu, bara duriitti nama mulʼata argu jedhama ture” jedhu maal argisiisa? (w05-AM 3/15 22 key. 8)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 9:1-10 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan Isaan Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoonni Keessan Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan Isaan Gargaaraa jedhamu taphachiisi.

  • Haasaa: (Daq. 5) w15 4/15 6-7 key. 16-20—Mata Duree: Qabxiilee Warra Kaan Akka Gaariitti Leenjisuuf Nu Gargaaran. (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 37

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Gabaasa tajaajilaa waggaa ilaalchisee beeksisa waajjira damee irraa ergame erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatan dursii qopheessiitii gaafannoo godhiif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 21 key. 7-12

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi