LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 12
  • Ebla 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 12

Ebla 18-24

1 SAAMUʼEL 23-24

  • Faarfannaa 114 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Obsaan Yihowaa Eeggadhu”: (Daq. 10.)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 23:16, 17—Fakkeenya Yonaataan hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w17.11 27 key. 11)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 23:24–24:7 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 13)

  • Haasaa: (Daq. 5) w19.03 23-24 key. 12-15—Mata Duree: Namoota Barsiistanitti Obsa Argisiisaa. (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 128

  • “Rakkinni Nu Irra Gaʼu Hundi Gaaf Tokko ni Dhaabbata”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Addunyaa Qoqqoodame Keessatti Saba Tokkummaa Qabu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr Barumsawwan Sirreeffamni Irratti Godhame, gaaffiiwwan 5-8

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi