LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 2
  • Adoolessa 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 2

Adoolessa 4-10

2 SAAMU’EL 18-19

  • Faarfannaa 138 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Baarzilaay—Nama Humna Ofii Beekuu Irratti Fakkeenya Ta’u”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 19:24-30—Fakkeenya Mefibosheet irraa jabina kan argannu akkamitti? (w20.04 30 key. 19)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 19:31-43 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Ba’uu: Kaayyoo Waaqayyoo—Uma 1:28 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mul’atan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Maree fakkeenya ta’uun jalqabi.a Mormii baramaa ta’e tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 1)

  • Haasaa: (Daq. 5) w21.08 23-25 key. 15-19—Mata Duree: Haalawwan Tokko Tokko Yeroo Nu Daangessanitti Galmawwan Qabatamaa Ta’an Akkamii Baafachuu Dandeenya? (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 81

  • “Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Qajeelchaa Ta’aa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ija Jabeeyyii Ta’aa . . . Qajeelchitoonni jedhamu taphachiisi.

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 11

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 97 fi Kadhannaa

a Mata duree fuula 16 irra jiru ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi