LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 4
  • Adoolessa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 4

Adoolessa 11-17

2 SAAMU’EL 20-21

  • Faarfannaa 62 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Waaqa Haqaa ti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 21:15-17—Seenaa kana irraa barumsa akkamii arganna? (w13 1/15 31 key. 14)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 20:1-13 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kaayyoo Waaqayyoo—Isa 55:11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mul’atan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qo’achiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qo’annaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 58

  • “Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa jedhamu taphachiisi.

  • “Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?”: (Daq. 5) Haasaa ilaaltuu ol aanaa Walga’ii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaatiin dhihaatu.

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 12

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi