LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 7
  • Adoolessa 25-31

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 25-31
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 7

Adoolessa 25-31

2 SAAMU’EL 23-24

  • Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kennaan Dhiheessaa Jirtu Aarsaadhaa?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 23:15-17—Daawit bishaanicha dhuguu kan dide maaliifi? (w05-AM 5/15 19 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 23:1-12 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada duuba birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiru fayyadamuudhaan maree jalqabi. Gaaffii mata duree barumsa 01 irra jiruuf yeroo biraatti deebii kennuuf haala mijeessi. (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu fudhate tokko deebi’ii gaafadhu, akkasumas qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 3)

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 05 maal baratte?, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 17

  • Aarsaa Keessan Fedhiidhaan Dhiheessaa (Fr 54:6): (Daq. 9) Viidiyicha taphachiisi.

  • Michuu Yihowaa Ta’i—Aarsaa Kaffaluu: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan danda’amu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Soofiyaa fi Kaaleb aarsaa akkamii kaffalan? Fakkeenyi Yesuus Kaalebiin kan gargaare akkamitti? Atoo Yihowaa fi warra kaaniif aarsaa akkamii kaffalteetta?

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 13 fi ibsa dabalataa 1

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi