LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 8
  • Hagayya 1-7

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 1-7
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 8

Hagayya 1-7

1 MOOTOTA 1-2

  • Faarfannaa 98 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 2:37, 41-46—Dogoggora Shime’iin raawwate irraa maal barachuu dandeenya? (w05-AM 7/1 30 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 1:28-40 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiru fayyadami. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis viidiyoo Galma Walga’ii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin), akkasumas walga’ii irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5) km 1/15 2 key. 1-3—Mata Duree: Warra Tajaajila Irratti Bu’a Qabeeyyii Ta’an Irraa Baradhaa. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • “Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa jedhamu taphachiisi.

  • “Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa jedhamu taphachiisi.

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 14

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 24 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi