LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 11
  • Hagayya 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 11

Hagayya 15-21

1 MOOTOTA 5-6

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jaalala Yihowaaf Qabaniin Kaka’anii Ijaaraniiru”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 6:1—Caqasni kun waa’ee Kitaaba Qulqulluu maal nu hubachiisa? (g-AM 5/12 17, saanduqa)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 5:1-12 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada duuba birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiru fayyadamuudhaan maree jalqabi. Gaaffii mata duree barumsa 01 irra jiruuf yeroo kan biraatti deebii kennuuf haala mijeessi. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu fudhate tokko deebi’ii gaafadhu, akkasumas qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 2)

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 06 qabxii 5 (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 91

  • Ijaarsa Galma Walga’ii Irratti Harka Yihowaa Arguu: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Yihowaan ijaarsa Galma Walga’ii Maayikrooneeshiyaatti raawwatame akka eebbise muuxannoo isa kamtu argisiisa? Piroojektii hojii ijaarsaa ti’ookraasii irratti hafuurri qulqulluun ga’ee akkamii qaba? Hojii ijaarsaa ti’ookraasii isin irratti hirmaattan irratti eebbi Yihowaa akka jiru wanta argisiisu akkamii argitaniittu?

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 16

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi