LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 2
  • Fulbaana 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 2

Fulbaana 5-11

1 MOOTOTA 9-10

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ogummaa Isaatiif Yihowaa Jajadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 10:10, 14—Hammi warqii Solomoon Mootichi qabu kan arbeeffame akka hin taane ragaan argisiisu maali dha? (w08-AM 11/1 22 key. 4-6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 10:1-13 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu—Fr 37:29 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barumsa 01​ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 80

  • “JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni rakkina guyyaa guyyaadhaan isaan mudatu ilaalchisee ogummaa Kitaaba Qulqulluu argachuuf jw.org akka fayyadaman jajjabeessi.

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 18 qabxii 6-7, maal baratte?, irra deebii fi galma

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 106 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi