Onkoloolessa 17-23
1 MOOTOTA 21-22
Faarfannaa 134 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akkaataa Yihowaan Aangoo Isaa Itti Fayyadamu Hordofaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 21:27-29—Ahaab garaadhaa yaada akka hin geddaranne akkamitti beekna? (w21.10 3 key. 4-6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 22:24-38 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, barumsa 01 qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 6)
Haasaa: (Daq. 5) w15 3/15 9-11 key. 10-12—Mata Duree: Amanamummaa Naabot Irraa Maal Baranna? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jaalalli ni Obsa; Gaarummaas ni Argisiisa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Alekzaandiruun mataa maatii obsaa fi gaarummaa qabu taʼuu isaa kan argisiise akkamitti? Dooriinaan yeroo booda akka jijjiiramtu wanti godhe maali dha? Muuxannoo isaanii irraa maal baranna?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 23
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa