LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 12
  • Onkoloolessa 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 12

Onkoloolessa 24-30

2 MOOTOTA 1-2

  • Faarfannaa 79 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 2:11—Eeliyaas ‘obomboleettii keessaan yommuu gara samiitti ol baʼetti’ eessa dhaqe? (w05-AM 8/1 9 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 2:1-10 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 13)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 maal baratte?, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 53

  • “Qabiyyeewwan Gaggaarii Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamuu Fayyadamaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa gaggeessaa jiru tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. Gaaffiiwwan kana isa gaafadhu: Meeshaa qoʼachiisuuf itti fayyadamnu kana ilaalchisee wanti sitti tole maali dha? Viidiyoowwanii fi gaaffiiwwan ilaalchaa kitaabicha irra jiran qoʼataa kee kan fayyadan akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 24

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 66 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi