LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 6-12

1 SEENAA BARAA 23-26

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Se 25:7, 8—Caqasni kun Yihowaa jajachuuf faarfachuu barbaachisaa taʼuusaa ilaalchisee maal ibsa? (w22.03 22 key. 10)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 23:21-32 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Duula Affeerrii Ayyaana Yaadannoo jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffii viidiyicha irratti mulʼatu dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Namni haasofsiistu yommuu fedhii akka qabu argisiisu, viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)

  • Haasaa: (Daq. 5) w11-AM 6/1 14-15—Mataduree: Kiristiyaanonni kan Gurmaaʼan Maaliifi? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 101

  • “Balaan Erga Gaʼee Booda Gargaaruun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa Bitootessa 11 Jalqaba: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee waraqaa affeerrii gabaabsii ibsi. Haasaa addaa fi Ayyaana Yaadannootiif, akkasumas naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf qophii gumichi godhe ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 39 fi ibsa dabalataa 3

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 127 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi