LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 10
  • Ebla 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 10

Ebla 10-16

2 SEENAA BARAA 8-9

  • Faarfannaa 88 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ogummaadhaaf Bakka Guddaa Kenniteetti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 9:19—Bocawwan leencota 12n kortoo teessoo Solomoonitti ol baasu bira jiran maal kan argisiisan taʼuu dandaʼu? (it-2-E 1097)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 8:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Yesuus—Mat 16:16 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 09 qabxii 6 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 98

  • “Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 42 fi ibsa dabalataa 4

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 131 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi