LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 8-14

2 SEENAA BARAA 20-21

  • Faarfannaa 118 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqa Keessan Yihowaatti Amanaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 21:14, 15—Raajiin Eeliyaas Yooraam ilaalchisee dubbate kan raawwatame akkamitti? (it-1-E 1271 key. 1-2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 20:20-30 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu—Mul 21:3, 4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 9)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 09 maal baratte?, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 119

  • “Rakkina Diinagdee Dandamachuuf Qophooftaniittuu?”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo. Jaarsa gumiidhaan kan dhihaatu. Kan jiru yoo taʼe, yaadachiisa waajjirri damee fi qaamni jaarsolii kennan dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 45 qabxii 1-3

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa Haaraa Walgaʼii Naannoo 2023tiif Qophaaʼee fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi