LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 7
  • Adoolessa 31–Hagayya 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 31–Hagayya 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 7

Adoolessa 31–Hagayya 6

NAHIMIYAA 3-4

  • Faarfannaa 143 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hojii Humnaa Hojjechuun Ulfina Kee Akka Tuqu Sitti Dhagaʼamaa?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Nah 4:17, 18—Namni hojii deebisanii ijaaruu irratti hirmaatu tokko harka isaa tokkoon qofa hojjechuu kan danda’u akkamitti? (w06-AM 2/1 9 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Nah 3:15-24 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada duuba birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiruun mariisisi, akkasumas qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5) km 11/12 1—Mata Duree: Wanta Hojjettanitti Gammadaa. (th qoʼannaa 10)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 91

  • Dhugaa Baatota Yihowaa Wajjin Hojjechuu: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Amalli bakka hojiitti argisiisnu dhugaa baʼiinsa kan kennu akkamitti akka taʼe ilaalchisee viidiyoon kun maal nu barsiisa?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 52

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi