LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 8
  • Onkoloolessa 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 8

Onkoloolessa 2-8

IYYOOB 1-3

  • Faarfannaa 141 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jaalalli Yihowaadhaaf Qabdan Hammam Cimaa Akka Taʼe Argisiisuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iyo 1:10—Caqasni kun wanta Yesuus Maatewos 27:46 irratti dubbate hubachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w21.04 11 key. 9)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 3:1-26 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5) w22.01 11-12 key. 11-14—Mata Duree: Akkuma Yaaqoob Barsiisota Buʼa Qabeeyyii Taʼaa—Dhugaa Jiru Ifatti Dubbadhaa, Akkasumas Gad Of Qabaa. (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 21

  • Wanta Hunda Akkan Qabu Natti Dhagaʼama Ture: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboleessi keenya Bardiweel ‘wanta hunda akka qabutti’ kan isatti dhagaʼame maaliifi?

    Maatewos 6:33 irratti yaaduun isaa maal akka godhu isa kakaase?

    Muuxannoo maatii Bardiweel irraa barumsa kan biraa akkamii argattan?

  • “Tajaajila Keessan Irratti Fuula Jalqabaa JW.ORG Fayyadamaa”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 59 qabxii 6, maal baratte?, irra deebii fi galma

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 129 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi