LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 10
  • Yeroo Jireenyi Humna Keetii Ol Akka T⁠a⁠ʼe Sitti Dhag⁠a⁠ʼamutti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Jireenyi Humna Keetii Ol Akka T⁠a⁠ʼe Sitti Dhag⁠a⁠ʼamutti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • “Yihowaa Abdadhu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Iyoob Nama Obsaafi Qajeelummaadhaan Jiraate Ture
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Jireenyi Humna Keetii Ol Akka Taʼe Sitti Dhagaʼamutti

Yeroo qorumsa keessa tureetti, Iyyoob jireenya hojii dirqamaa wajjin wal fakkeesseera (Iyo 7:1; w06-AM 3/15 14 key. 9)

Dhiphinni isatti dhagaʼame miira isaa ifatti akka dubbatu isa kakaaseera (Iyo 7:11)

Duʼuuf akka hawwullee dubbateera (Iyo 7:16; w20.12 16 key. 1)

Obboleessi dargaggeessa t⁠a⁠ʼe tokko mana isaatti wanta isatti dhag⁠a⁠ʼame michuu isaa g⁠a⁠ʼeessa t⁠a⁠ʼe tokkotti himachaa jira.

Jireenyi humna keetii ol akka taʼe yoo sitti dhagaʼame, kadhannaadhaan wanta garaa kee keessa jiru hundumaa Yihowaa duratti dhangalaasi; akkasumas miira sitti dhagaʼamu michuu kee gaʼeessa taʼe tokkotti himadhu, tarii kun hamma tokko boqonnaa akka argattu gochuu dandaʼa.—g-AM 1/12 16-17.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi