LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 12
  • Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Michuu Waaqayyoo Taʼuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Jaalala Yihowaadhaaf Qabnu Argisiisuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega

Seexanni namoonni wanti hamaan akka gaʼu kan godhu Yihowaadha jedhanii akka amanan barbaada (Iyo 8:4)

Seexanni Yihowaadhaaf amanamoo taʼuun keenyas taʼe taʼuu dhiisuun keenya Yihowaadhaaf jijjiirama hin qabu jennee akka yaannu barbaada (Iyo 9:20-22; w15-AM 7/1 12 key. 3)

Jaalalli Yihowaa inni amanamaan sobawwan Seexanaatiin akka hin gowwoomfamnee fi amanamummaa keenya eegnee akka jiraannu nu gargaara (Iyo 10:12; Fr 32:7, 10; w21.11 6 key. 14)

Obboleettiin takka eebbawwan argatte barreessuudhaan yommuu irratti yaaddu. Hiriyoonni ga⁠a⁠ʼelaa tokko nyaata bilcheeffamu yommuu ishiidhaaf kennan, Galma Walg⁠a⁠ʼiitti obboleettiin takka immoo ishii hammachaa jirti, akkasumas sagantaa JW Biroodkaastingii ilaala jirti.

AKKAS GOCHUUF YAALI: Qorumsa keessatti of cimsuuf, karaawwan Yihowaan jaalala amanamaa sitti argisiise hubachuuf yaali; wanta hubatte barreeffadhu; akkasumas yeroo yerootti irra deebiʼii ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi