LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 6-12

IYYOOB 13-14

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Namni Yoo Duʼe Deebiʼee Jiraachuu Dandaʼaa?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iyo 13:12—Iyyoob wanta jajjabeessitoonni sobaa isatti dubbatan ‘mammaaksa daaraatti’ kan fakkeesse maaliifi? (it-1-E 191)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 13:1-28 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—2Xi 3:16, 17 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff irra deebii kutaa 1​ffaa gaaffiiwwan 1-5 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 127

  • “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo. Jaarsa gumiidhaan kan dhihaatu. Hojii Mootummichaa deggeruuf maallaqa hamma tokko adda baasanii kaaʼuu isaaniitiif miseensota gumichaa galateeffadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 1 key. 16-21

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi