LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 5
  • Sadaasa 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 5

Sadaasa 20-26

IYYOOB 18-19

  • Faarfannaa 44 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Iyo 19:1, 2—Iyyoob deebii inni dubbii hamaa michoonni isaa isatti dubbataniif kenne irraa maal baranna? (w94-AM 10/1 32)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 18:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 3)

  • Haasaa: (Daq. 5) w20.10 17 key. 10-11—Mata Duree: Barattoonni Keessan Gumii Keessaa Michoota Akka Horatan Jajjabeessaa. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 90

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Namoota Gargaaruu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu yoo taʼe ijoollee dursitee qopheessite gaaffiiwwan kana gaafadhu: Ijoolleen namoota kaan gargaaru kan dandaʼan akkamitti?

    Namoota kaan gargaaruuf maal gochuu barbaadda?

  • “Qophii Miseensota Maatii Beetel Jajjabeessuuf Godhame”: (Daq. 10) Maree fi viidiyoo.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 2 key. 8-15

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 63 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi