Muddee 4-10
IYYOOB 22-24
Faarfannaa 49 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namni Waaqa Fayyaduu Dandaʼaa?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 23:13—Fakkeenyi Yihowaa galmawwan hafuuraa irra gaʼuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? (w04 7/15 21-22)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 22:1-22 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 2)
Haasaa: (Daq. 5) w21.05 18-19 key. 17-20—Mata Duree: Ilaalcha Sirrii Qabaachuun Keenya Yihowaan Nutti Fayyadamuu Isaa Akka Itti Fufu Godha. (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Warri, Karaa Yihowaa Gammachiisuu Itti Dandaʼan Ijoollee Keessan Barsiisaa”: (Daq. 10) Maree fi viidiyoo.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 3 key. 1-3, saanduqoota ful. 25, 26, 27, 28 fi 29
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 25 fi Kadhannaa