Muddee 25-31
IYYOOB 30-31
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Iyyoob Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼee kan Jiraate Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 31:35—Yommuu namni tokko wanta isa dhiphise nutti himu akka michoota Iyyoob taʼuu irraa of qusachuu kan dandeenyu akkamitti? (w05-AM 11/15 11 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 31:15-40 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)
Haasaa: (Daq. 5) g16.3 8-9—Mata Duree: Sodoomummaa Ilaalchisee Wanta Kitaabni Qulqulluun Jedhu Ibsuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?”: (Daq. 7) Maree fi viidiyoo.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 4 key. 1-8
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 74 fi Kadhannaa