LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Bitootessa ful. 4

BITOOTESSA 11-17

FAARFANNAA 18

Faarfannaa 148 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. “Yihowaan . . . Isa na Oolchu dha”

(Daq. 10)

Yihowaan akka kattaa, akka dahoo jabaa fi akka gaachanaati (Far 18:1, 2; w09-AM 5/1 14 key. 4-5)

Yihowaan gargaarsaaf yeroo boonyu ni dhagaʼa (Fr 18:6; it-2-E 1161 key. 7)

Yihowaan nuuf jecha tarkaanfii ni fudhata (Fr 18:16, 17; w22.04 3 key. 1)

Fakkiiwwan: Daawit ibidda bira taaʼee akkaataa Yihowaan itti isa gargaare irratti xiinxalaa jira. 1. Amaaketaa wajjin waldhaansoo qabeera. 2. Leenca duʼe bira jilbeenfatee jira. 3. Billaa qabatee Goliyaad isa lafarratti gombifamee jirurraa dhaabbachaa jira.

Yihowaan akkuma Daawitiif yeroo tokko tokko gochaa ture rakkina nurra gaʼu furuu dandaʼa. Haataʼu malee, Waaqayyo yeroo baayʼee qorumsicha sirriitti dandamachuu akka dandeenyuuf wanta nu barbaachisu nuu kennuudhaan ‘karaa ittiin keessaa baanu’ nuu qopheessa.—1Qo 10:13.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Far 18:10—Faarfatichi, Yihowaa akka waan kiruubel irra taaʼee barrisaa jiruutti kan ibse maaliifi? (it-1-E 432 key. 2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Far 18:20-39 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Gaarummaa Argisiisi—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis birooshura lmd barumsa 3 qabxii 1 fi 2 irratti mariʼadhaa.

5. Gaarummaa Argisiisi—Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) Birooshura lmd barumsa 3 qabxii 3-5 fi kutaa “Caqasoota Kanas Ilaali” jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 60

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 5)

7. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Bitootessaatiif Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 7 key. 1-8, saanduqa ful. 59 irra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 69 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi