BITOOTESSA 25-31
FAARFANNAA 22
Faarfannaa 19 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
Loltoonni uffata Yesuus isa inni irraan uffatu irratti yommuu carraa buufatan
1. Kitaabni Qulqulluun Wantoota Duʼa Yesuusii Wajjin Wal Qabatan Hedduu Dursee Dubbateera
(Daq. 10)
Namoonni waaqni Yesuusiin kan dhiise isaanitti fakkaata (Far 22:1; w11 8/15 15 key. 16)
Yesuus ni arrabsama (Far 22:7, 8; w11 8/15 15 key. 13)
Diinonni isaa uffata Yesuus irratti carraa buufatu (Far 22:18; w11 8/15 15 key. 14; fakkii qolasaarra jiru ilaali)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Faarfannaan 22, Miikiyaas 4:4 dabalatee, raajiiwwan waaʼee Masiihichaa dubbataman akka raawwataman amantiin qabu kan naaf cimsu akkamitti?’
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Far 22:22—Yeroo harʼaa karaawwan lamaan kamiin fakkeenya faarfatichaa hordofuu dandeenya? (w06-AM 11/1 29 key. 7; w03-AM 9/1 20 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4.) Far 22:1-19 (th qoʼannaa 2)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3 ) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 4 qabxii 4)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama wal beektanii fi waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhate tokko deebiʼii haasofsiisi. (lmd barumsa 4 qabxii 3)
6. Haasaa
(Daq. 5) w20.07 12-13 key. 14-17—Mataduree: Raajiin Kitaaba Qulqulluu Amantii Keenya Kan Nuuf Cimsu Akkamitti? (th qoʼannaa 20)
Faarfannaa 95
7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)