LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Caamsaa ful. 4

CAAMSAA 13-19

FAARFANNAA 38-39

Faarfannaa 125 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Garmalee of hin Ceephaʼinaa

(Daq. 10)

Garmalee of ceephaʼuun baʼaa baayʼee guddaa taʼe baachuu wajjin walfakkaata (Fr 38:3-8; w20.11 27 key. 12-13)

Dogoggora kanaan dura raawwatan irratti xiyyeeffachuu mannaa karaa Yihowaa gammachiisuun jiraachuu keessan itti fufuuf murteessaa (Fr 39:4, 5; w02-AM 11/15 20 key. 1-2)

Of ceephaʼuun kadhachuun akka isinitti ulfaataa yoo godhellee kadhachuu keessan itti fufaa (Fr 39:12; w21.10 15 key. 4)

Suuraawwan: 1. Obboleessa baʼaa ulfaataa baatee gatantaraa jiru. 2. Obboleessumti sun, baʼicha dhiisee amanannaadhaan fuuldura ilaalaa jira.

Garmalee of ceephaʼaa jirtu taanaan, Yihowaan cubbamoota yaada geddarataniif ‘dhiifama guddaa’ akka godhu yaadadhaa.—Isa 55:7.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 39:1—Qajeelfama “afaan koo hidhee nan eeggadha” jedhu yeroowwan akkamiitti hojii irra oolchuu dandeenya? (w22.09 13 key. 16)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 38:1-22 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Mala Qabeessa Taʼi—Phaawulos Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis, lmd barumsa 5 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.

5. Mala Qabeessa Taʼi—Fakkeenya Phaawulos Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 5 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 44

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 9 key. 17-24, Saanduqa ful. 81 irra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 84 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi