LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Caamsaa ful. 14-15
  • Waxabajjii 24-30

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 24-30
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Caamsaa ful. 14-15

WAXABAJJII 24-30

FAARFANNAA 54-56

Faarfannaa 48 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Waaqni Si Cina Jira

(Daq. 10)

Yommuu sodaattu akkuma Daawit Yihowaatti amanami (Fr 56:1-4; w06 8/1 23-24 key. 10-11)

Yihowaan jabaattee dhaabbachuu kee ni dinqisiifata, akkasumas si gargaara (Fr 56:8; cl 292 key. 9)

Yihowaan si cina jira. Wanti kamiyyuu miidhaa dhaabbata akka sirraan geessisu hin heyyamu (Fr 56:9-13; Rom 8:36-39; w22.06 18 key. 16-17)

Obboleettiin dhiphatte tokko cimsitee kadhachaa jirti.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 55:12, 13—Yihowaan, Yihudaan Yesuusiin akka ganu dursee murteessee turee? (it-1-E 857-858)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 55:1-23 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) LALLABA ADDABABAYII. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 11)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDLEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. (lmd barumsa 7 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) w23.01 29-30 key. 12-14—Mataduree: Jaalalli Kiristoosiif Qabnu Ija Jabeeyyii Taʼuuf Nu Kakaasa. Fakkicha ilaali. (th qoʼannaa 9)

Obboleettiin otoobisiidhaan imaltu takka shamarree waan dhiphatte fakkaatu takka ilaalaa jirti. Obboleettiin kun tiraaktii “Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya?” jedhamu qabatteetti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 153

7. Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya . . . Goraadeen Jiraatus

(Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

Suuraa viidiyoo “Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya . . . Goraadeen Jiraatus” jedhamu irraa fudhatame. Obboleessi Dugbeen wanta kanaan dura isa mudate yaadaa jira.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Muuxannoo Dugbee irraa maal baratte? Kunoo yeroo sodaattutti si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

8. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 11 key. 11-19

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 70 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi