LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Bitootessa ful. 10
  • Ebla 7-13

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 7-13
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Bitootessa ful. 10

EBLA 7-13

FAKKEENYA 8

Faarfannaa 89 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Yesuus ala ta⁠a⁠ʼee namoota barsiisaa jira.

1. Ogummaa Yesuus Dhaggeeffadhaa

(Daq. 10)

Yihowaan, Yesuus isa ogummaatti fakkeeffame “jalqaba daandii isaa” godhee uumeera (Fak 8:1, 4, 22; cf 153 key. 7)

Ogummaa fi jaalalli Yesuus abbaa isaatiif qabu waggoota dheeraadhaaf yeroo inni abbaa isaa wajjin hojjechaa turetti dabalaa dhufeera (Fak 8:30, 31; cf 153-154 key. 8-9)

Yesuusiin dhaggeeffachuudhaan ogummaa isaa irraa faayidaa argachuu dandeenya (Fak 8:32, 35; w09 4/15 31 key. 14)

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 8:1-3—Ogummaan “sagalee ishii ol kaastee” waamuu ishee kan itti fufte akkamitti?(g-AM 5/14 16)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 8:22-36 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama Ayyaana Yaadannoo irratti argamuu isaa dura wanta achitti raawwatamu beekuu barbaadee gaaffii si gaafatu tokkoof deebii kenni. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama waraqaa Affeerrii balbala isaa irraa argatee Ayyaana Yaadannoo irratti argame tokko miira hoʼaadhaan simadhu; saganticha boodas gargaarsa barbaachisu isaaf godhi. (lmd barumsa 3 qabxii 5)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Haasaa. ijwbq mata duree 160—Mata Duree: Yesuus Ilma Waaqayyoo Jedhamee kan Waamame Maaliifi? (th qoʼannaa 1)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 105

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 25 key. 1-4, saanduqa ful. 227​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi