Wantoota Fuula JW.ORG/OM Irratti Baʼan
KANA BEEKTAA?
Seerri Waaqayyoo Qulqullina Ilaalchisee Kenname Bara Sana kan Durse Dha
Sabni Israaʼel durii seera Waaqayyoo isa ol aanaa qulqullina ilaalchisee kenname hordofuu isaaniitiin fayyadamaniiru.
Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SEENAA FI KITAABA QULQULLUU > KITAABNI QULQULLUUN GAMA SAAYINSIITIIN SIRRII DHA jedhu jalaa ilaali.
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Seerawwan Warri Koo Baasan Ilaalchisee Isaan Haasofsiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Warra kee kabajaan akkamitti haasofsiisuu akka dandeessu baradhu, buʼaa gaariin ati argattu si dinqisiisuu dandaʼa.
Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.