Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan
GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU
Ijoolleen Gufuu Isaan Mudatu Akka Moʼan Gargaaruu
Jireenya keessatti gufuun nama mudachuun isaa hin oolu. Gufuun mudachuu akka dandaʼuu fi furmaata barbaaduu akka baratan gargaaraa.
jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GAAʼELAA FI MAATII > IJOOLLEE GUDDISUU jedhu jalaa ilaali.
MUUXANNOOWWAN
Dargaggoonni shan cabbii fi qorra keessa nama gargaaruuf kan murteessan maaliifi?
jw.org/om irraa WAAʼEE KEENYA > MUUXANNOOWWAN > DHUGAA KITAABA QULQULLUU NAMOOTATTI HIMUU jedhu jalaa ilaali.