LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w20 Hagayya ful. 1-32
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
w20 Hagayya ful. 1-32
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Hagayya 2020.

Maxxansa Qoʼannaa

HAGAYYA 2020

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: FULBAANA 28–SADAASA 1, 2020

© 2020 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997⁠tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

Fakkii Yesuusiin samii irratti argisiisu. Warri isaa wajjin bulchan tokko tokko isa bira jiru. Waliin taʼanii maleekota hedduu ilaalaa jiru. Maleekonni tokko tokko hojii isaanii raawwachuuf gara lafaa dhaqaa jiru. Yihowaan warra fakkii kana irratti mulʼatan hundaaf aangoo kenneera (Mata duree qoʼannaa 32, keeyyata 5 ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi