LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w20 Hagayya ful. 32
  • Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
w20 Hagayya ful. 32

Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera

Fakkeenya amantii Iyoob hordofuun keenya Seexana abdii kutachiisa Yihowaa immoo ni gammachiisa!

jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > WAAQAYYOTTI AMANUU > FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA jedhu jalaa ilaali.

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Obsa Guddifachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Namoonni mudaa qaban lama yommuu gaaʼela godhatan rakkinni ni uumama. Obsi hiriyoonni gaaʼelaa rakkinoota kana moʼuudhaan milkaaʼina akka argatan gargaara.

jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GAAʼELAA FI MAATII > GAAʼELA jedhu jalaa ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi