Maxxansa Qoʼannaa
SADAASA 2020
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: AMAJJII 4-31, 2021
© 2020 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaa’a. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Obomboleettiin rooba makate galaana irratti yeroo kaʼetti, maleekaan tokko namoonni doonicha irra jiran hunda balaa sana irraa akka oolan Phaawulosiif mirkaneesse (Mata duree qoʼannaa 46, keeyyata 5 ilaali)