Kadhachuu Kan Qabdu Maaliifi?
© 2020 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa taʼeef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas,Yesuus Kiristoos isa jireenya bara baraa akka argannuuf nuu duʼee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu wal irraa hin citin maxxanfamaa jira; siyaasa keessas hin seenu. Barumsi isaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaaʼe dha.