Maxxansa Qoʼannaa
WAXABAJJII 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: HAGAYYA 2-29, 2021
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Obboleessi tokkoo fi haati manaa isaa kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamutti fayyadamanii dargaggeessa tokko qoʼachiisaa jiru (Mata duree qoʼannaa 22, keeyyata 2 ilaali)