Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU
Meeshaa Eleektirooniksitiif Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
Akkaataan isin meeshaa elektirooniksii itti fayyadamtan gaaʼela keessan fayyaduu ykn miidhuu dandaʼa. Gaaʼela keessan miidhuu kan dandaʼu akkamitti?
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU jedhu jalaa ilaali.
KUUSAA KEENYA KEESSAA
Namoota Addunyaa Mara Irra Jiran Dubbisuu fi Barreessuu Akka Baratan Gargaaruu
Abbootiin taayitaa biyyoota adda addaa jiran carraaqqii Dhugaa Baatonni sagantaa dubbisuu fi barreessuu barsiisuu babalʼisuuf godhaniif isaan galateeffataniiru.
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.