Maxxansa Qoʼannaa
Hagayya 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: FULBAANA 27–ONKOLOOLESSA 31, 2021
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Hiriyoonni gaaʼelaa tokko naannoo babalʼistoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisanitti tajaajilaa jiru; obboleettiin dargaggeettii taate takka ijaarsa Galma Walgaʼii irratti gargaarsa gochaa jirti; hiriyoonni gaaʼelaa maanguddoo taʼan bilbilaan dhugaa baʼaa jiru. Hundi isaanii iyyuu tajaajila isaanii irraa gammachuu guddaa argataniiru (Mata duree qoʼannaa 34, keeyyata 11 ilaali)