Maxxansa Qoʼannaa
FULBAANA 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: SADAASA 1–MUDDEE 5, 2021
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Sabni Waaqayyoo addunyaa maratti argaman gammachuudhaan waaʼee Mootummaa Waaqayyoo namootatti himaa jiru (Mata duree qoʼannaa 37, keeyyata 13 ilaali)