Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Kadhannaan Dubartii Qaro Dhabeettii Tokkoo Deebii Argate
Miinjeen Kiristiyaanota dhugaa argachuuf kadhatte. Kadhannaan ishii deebii akka argate akka ishiitti dhagaʼamu kan godhe maali?
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA > DHUGAA KITAABA QULQULLUU NAMOOTATTI HIMUU jedhu jalaa ilaali.
KUUSAA KEENYA KEESSAA
Dhugaa Baatonni Yihowaa Niiwu Ziilaandi—Nagaa Qabeeyyii fi Kiristiyaanota Waaqayyoof Bulanidhaa?
Bara 1940 niitti, Dhugaa Baatonni Yihowaa nageenya hawaasaatiif akka sodaachisan kan yaadamu maaliif ture?
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.
Jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.