Maxxansa Qoʼannaa
MUDDEE 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: AMAJJII 31–GURAANDHALA 27, 2022
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Marata mataa luba ol aanaa irratti wanti diriiraan warqii irraa hojjetamee fi “Qulqullummaan kan Yihowaa ti” jedhu maxxanfamee ture (Mata duree qoʼannaa 48, keeyyata 6-7 ilaali)