LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w21 Muddee ful. 32
  • Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
w21 Muddee ful. 32

Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

Lolaa Misiraachoo Fide

Yommuu Dhugaa Baatonni Yihowaa bidiruu isaanitti fayyadamanii namoota gargaarsa godhanii fi wantoota jajjabina hafuuraa kennuuf barbaachisan geessanitti, jiraattonni mandaroota Nikaaraaguwaa lolaadhaan miidhamanii gargaarsa argataniiru.

JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA jedhu jalaa ilaali.

jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA > DHUGAA KITAABA QULQULLUU NAMOOTATTI HIMUU jedhu jalaa ilaali.

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Wantoota Qaban Keessaa Isa Hundumaa Irra Caalu Kennaniiru

Dhugaa Baatonni Yihowaa waraana addunyaa lammaffaa booda obboloota isaanii Jarman jiraataniif saffisaan gargaarsa kan godhan akkamitti?

JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.

jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > KUUSAA KEENYA KEESSAA jedhu jalaa ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi