LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w22 Amajjii ful. 1-32
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
w22 Amajjii ful. 1-32
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Amajjii 2022.

Maxxansa Qoʼannaa

AMAJJII 2022

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: GURAANDHALA 28–EBLA 3, 2022

© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CAQASA WAGGAA BARA 2022:

‘Warri Yihowaa barbaaddatan wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.’—FAR. 34:10

Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

Yeroo rakkina guddaatti Goog inni biyya Maagoog manuma keenya utuu jirruu miidhaa nu irratti geessisuuf yaala. Haa taʼu malee, Yesuusii fi maleekonni isaa wanta raawwatamaa jiru akka beekanii fi akka nu oolchan mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya (Mata duree qoʼannaa 1, keeyyata 13 ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi