Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Namoota Balaan Isaan Irra Gaʼe Gargaaruu
Waggaa tajaajilaa bara 2020tti obboloonni keenya miliyoonaan lakkaaʼaman weerara dhibee fi balaawwan uumamaatiin miidhaan isaan irra gaʼeera. Isaan gargaaruuf maal gooneerra?
JW Library irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI? jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI? jedhu jalaa ilaali.
GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU
Abbaan manaa fi haati manaa utuma waliin jiraatanii yeroo baayʼee waliin haasaʼuun baayʼee isaanitti ulfaachuu dandaʼa. Hiriyoonni gaaʼelaa yeroo isaanii hedduu waliin dabarsuu kan dandaʼan akkamitti?
JW Library irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU jedhu jalaa ilaali.