Maxxansa Qoʼannaa
CAAMSAA 2022
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ADOOLESSA 4–HAGAYYA 7, 2022
© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Mulʼanni boqonnaa 21 magaalaan Yerusaalem Haaraa akka fakkeenyaatti ibsamte ‘samii keessaa Waaqayyo biraa akka gad buutu’ dubbata. Magaalaan kun yeroo Barkumeetti ilmaan namootaa ajajamoo taʼaniif eebba hedduu fiddi (Mata duree qoʼannaa 21, keeyyata 14-16 ilaali)