Maxxansa Qoʼannaa
ADOOLESSA 2022
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: FULBAANA 5–ONKOLOLEESSA 2, 2022
© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Kutaawwan fakkii tokkoo walitti fiduudhaan fakkii barbaadamu tokko argachuun ni dandaʼama. Raajiiwwan kitaaba Daaniʼelii fi Mulʼataa keessatti ibsaman yeroo walitti fidnus kaayyoo Yihowaa wajjin haala walqabateen yeroo akkamii keessa akka jiru hubachuu ni dandeenya (Mata duree qoʼannaa 28, keeyyata 2 ilaali)