Wantoota Fuula JW Library fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Jireenya Salphaa Jiraachuuf Murteessine
Maadiyaanii fi Maarseelaan araadni waa bitachuu fi liqii guddaan jireenyi isaanii dhiphisaa akka taʼu akka godhu, namoota waaʼee Waaqayyoo barsiisuun garuu gammachuu dhugaa akka argamsiisu hubataniiru.
MATA DUREEWWAN DABALATAA
Kitaabni Qulqulluun Balaa Jijjiiramni Qilleensaa Fidu Dandamachuuf Si Gargaaraa?
Gorsi Kitaabni Qulqulluun kennu balaan jijjiirama qilleensaatiin dhufu gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuttii fi erga gaʼee booda si fayyada.
GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU
Waaʼee Bakka Kunuunsa Daaʼimmanii Wanta Warri Beekuu Qaban
Warri bakka kunuunsa daaʼimmanii tokko filachuu isaanii dura faayidaa fi miidhaa isaarratti of eeggannoodhaan yaaduu qabu. Gaaffileen mata duree kana keessatti argaman murtoo daaʼima keessan fayyadu gochuuf isin gargaaru.