Wantoota Fuula JW LIBRARY fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
MATA DUREEWWAN DABALATAA
Amantaan Siyaasa Keessa Galuu Qabaa?
Addunyaa maratti namoonni Yesuus Kiristoos hordofna jedhan hedduun siyaasa keessatti balʼinaan hirmaachaa jiru. Garuu, akkas gochuu qabuu?
MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
Fedhiidhaan of Dhiheessaniiru—Albaaniyaa fi Kosoovoo
Obboloonni naannoo gargaarsi barbaachisutti tajaajilan kun gammachuun argatan rakkoowwan isaan mudatan dandamachuuf kan isaan gargaare akkamitti?
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Faarfannaawwan Caalaatti Waaqayyotti Nu Dhiheessan
Faarfannaawwan addaa keessaa caalaatti kan jaallattu isa kami? ‘Kan qophaaʼu akkamitti laata?’ jettee yaaddee beektaa?