LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp23 Lakk. 1 ful. 1-2
  • Fayyummaa Sammuu—Gargaarsa Kitaaba Qulqulluurraa Argamu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fayyummaa Sammuu—Gargaarsa Kitaaba Qulqulluurraa Argamu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
wp23 Lakk. 1 ful. 1-2
Barruu Masaraa Eegumsaa, Lakk. 1 2023 | Fayyummaa Sammuu—Gargaarsa Kitaaba Qulqulluurraa Argamu.

Fayyummaa Sammuu—Gargaarsa Kitaaba Qulqulluurraa Argamu

Lakk. 1 2023

© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.

BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa taʼeef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas, Yesuus Kiristoos isa jireenya bara baraa akka argannuuf nuu duʼee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu walirraa hin citin maxxanfamaa jira; siyaasa keessas hin seenu. Barumsi isaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluurratti kan hundaaʼedha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi