Maxxansa Qoʼannaa
AMAJJII 2023
MATA DUREE QOʼANNAA: GURAANDHALA 27–EBLA 2, 2023
© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
CAQASA WAGGAA BARA 2023:
“Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha.”—FAR. 119:160
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Namoonni Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa garagalchuurratti dandeettii guddaa qaban, Dubbiin Waaqayyoo garagalchan sirrii taʼuu isaa mirkaneeffachuuf carraaqqii guddaa godhaniiru (Mata duree qoʼannaa 1, keeyyata 5 ilaali)