Maxxansa Qoʼannaa
ADOOLESSA 2023
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: FULBAANA 11–ONKOLOOLESSA 8, 2023
© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAARRA JIRU:
Baaraaqii fi loltoonni isaa ija jabinaan raayyaa Siseeraa ariʼaa jiru (Mata duree qoʼannaa 31, keeyyata 18 ilaali)